0 0
Read Time:59 Second

“As a nation, we should have a common objective and goal. Polarized political ideas and moves should come to the center for the country to succeed in achieving its development objectives and prosperity,”

እንደ ሀገር የጋራ ግብ ከያዝን የሀገራችን ህልውና ጠብቀን የጋራ ድል እንደምንቀዳጅ ምንም ጥርጥር የለውም፡፡
ለዚህ ደግሞ ሁለት ተቃራኒ ዋልታዎች ላይ የሚንጠለጠሉ ፍላጎቶቻችን መቀራረብ አለባቸው። እኔ ያልኩት ካልሆነ በሚል ግትርነት የምናደርገው ጉዞ፥ ሀብት፣ ጊዜና ጉልበት ከማባከን ውጭ ምንም ጥቅም አይኖረውም፡፡ አንድ ርምጃ ወደ መሐል ለመቅረብ የማይፈቅድ ፍላጎት እንኳን አንድ ሀገርን ቀርቶ አንድ ቤተሰብን አያቆምም።

ስለዚህም በተቃራኒ አቅጣጫ የሚጓተቱ ፍላጎቶቻችን በመግራት ለሀገር ያለንን ፍቅር እናሳይ፤ የጠነከረች ኢትዮጵያን ለመገንባት በሚደረገው የብልጽግና ጉዞ አዎንታዊ ሚናችንን እንወጣ፡፡

Akka biyyaatti galma waloo qabannaan dantaa biyya keenya eegnee injifannoo waloo akka gonfannu homaa shakkii hin qabu.
Kanaaf immoo fedhiiwwan keenya gamaa gamana rarra’anii jiran walitti dhiyaachuu qabu. Ejjennoo gogaa kaanan jedhe yoo ta’uu baate jedhuun adeemsi taasifamu ,qabeenya, yeroo fi humna qisaasessuu alatti homaa faayidaa hin qabaatu. Tarkaanfii tokko gara gidduutti dhiyaachuuf fedhiin hin hayyamne biyya tokko haa hafuutii maatii tokko iyyuu hin dhaabu.
Kanaaf, fedhiiwwan keenya kallattii faallaatti harkifaman madaqsuudhaan jaalala biyyaaf qabnu haa agarsiifnu,Itiyoophiyaa jabaatte ijaaruudhaaf adeemsa badhaadhinaa taasifamuun gahee keenya isa gaarii haaba’annu!

Happy
Happy
0 %
Sad
Sad
0 %
Excited
Excited
0 %
Sleepy
Sleepy
0 %
Angry
Angry
0 %
Surprise
Surprise
0 %

Average Rating

5 Star
0%
4 Star
0%
3 Star
0%
2 Star
0%
1 Star
0%

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *